Profile
Name
QILXUU RE'EE
Description
Hojjadhuu Hin Abdaatiin Ilmaa Namaa
Qabadhuu Ufittii Amanttuummaa
Ani Waadaa Koo Hin Cabsu
Dhugaa Namaas Hin Dabsu
Sobees Sobaan Hin Jiraadhu
Haqa Namaas Hin Nyaadhu
Fakkaadhes Oliif Gadi Hin Fiigu
Nan Ijaara Malee Hin Diigu
Gaarii Malee Hamaa Namaaf Hin Yaadu
Guddisuu Malee Kuffisuu Hin Barbaadu
Jaalala Malee Jibba Namaaf Hin Qabu
Nageenya Malee Hammeenya Hin Lallabu
Adiin Gurraacha Jedhee
Gurraachaan Adii Hin Jedhu
Addunyaa Ergisaa Tanaaf
Miidhus Miidhamuus Hin Fedhu!!
Qabadhuu Ufittii Amanttuummaa
Ani Waadaa Koo Hin Cabsu
Dhugaa Namaas Hin Dabsu
Sobees Sobaan Hin Jiraadhu
Haqa Namaas Hin Nyaadhu
Fakkaadhes Oliif Gadi Hin Fiigu
Nan Ijaara Malee Hin Diigu
Gaarii Malee Hamaa Namaaf Hin Yaadu
Guddisuu Malee Kuffisuu Hin Barbaadu
Jaalala Malee Jibba Namaaf Hin Qabu
Nageenya Malee Hammeenya Hin Lallabu
Adiin Gurraacha Jedhee
Gurraachaan Adii Hin Jedhu
Addunyaa Ergisaa Tanaaf
Miidhus Miidhamuus Hin Fedhu!!
Subscribers
30.4K
Subscriptions
Friends
Channel Comments
![]() |
TamimaTamima-hm3qt
(3 minutes ago)
Yarabbii baqaa qiyamanii dhiyatee wolayii nuu basii atii worii akkaa kiyaa zabanaa kanaa sodatanii liqii godhaa mee
|
![]() |
ZerituGetachew-n6h
(10 minutes ago)
Waqayyo biyya lafaa kanarra afuraa jinni haa kasuu nutii ijollen goftaa sodaa jinni hin qabnuu dhugaa
|
![]() |
ZamzamZ-d5i
(18 minutes ago)
Wollah Nama baredumsaa kessa jinnii fakkatta jedhu hin garee garuu maleykaa fakkatii jedhaan malee jinnii hin dhagenee
|
![]() |
HBA-c6b
(28 minutes ago)
Inanilahi wayii hina ileeyyi warajiuni yaa rabbii zabana kamii keessa jirraa
|
![]() |
Makiya-x4i
(32 minutes ago)
Subaanaallaa ganaa waa heddu arginaa
|
![]() |
AbezuFite-c8m
(47 minutes ago)
Maqaa yesusn afurii kunii haa cabbuu
|
![]() |
FayineGammada-m4w
(51 minutes ago)
Jimaa abaa garaa live iratiii nyataa
|
![]() |
KumeeGuluma
(2 hour ago)
Maqaa iysusiin ifataamii sanuu ilamaa namaatii jetii kun
|
![]() |
BhadriyaQufaa
(2 hour ago)
Anni gafii mubetuu na kofachisee
|
![]() |
YunusKedir-w5z
(2 hours ago)
Jinniin si dhahee si haasofsiisaara! Sheeyxaana!
|
![]() |
SahraMuhmed-to5fr
(23 hours ago)
Dhugaa silaa yaa rabbii kiyaa musibaa nutii busin
|
![]() |
Feeniiyoutube
(16 hours ago)
Jinniin maqaa iyasusiin dhagahu hin dandeessu gooftan iyasus Kara jannatattii geesudha innii jireenya dhugaadha karaadha isaan malee gara jannaata dhaquu hin danda'amu waaqayyoo isaa ifaatu
|
![]() |
MsaratAl-rd4np
(6 hours ago)
Ishuumtuu qodaa nama ulfatee malee jinni dhumaa ta uu hin oltuu yaa rabbii nubasii
|
![]() |
Makiya-x4i
(16 hours ago)
isiinu jinniima sanii kotte isiitu ka jinni fakkaata
|
![]() |
Xhjcgj
(21 hours ago)
Kkkkkk mubeen soddaa koo sin kabajaa ani sitti hin bu,uu jedhee
|
![]() |
BelynBn
(5 hours ago)
Yaa rabbi atii nu egii bara akami keesa jira laata
|
![]() |
FayineGammada-m4w
(11 hours ago)
Gafii sirii gafatee bakaa dimaa sanitii
|
![]() |
msrata4336
(5 hours ago)
Maqaa gooftaa yesuusiin cabii afurii akkasi
|
![]() |
FayineGammada-m4w
(23 hours ago)
Wolye isnuu naaa sodachifatee jirchaa Kanaa hi amanuu
|
![]() |
Feeniiyoutube
(3 hours ago)
Anii naan carroomee kanaan goofta argadhee dhekkamsa waaqayyoo nyaacha jirtuu kana isaanuu jinnii farsiituu waaqayyoo gochaa ilmii nama seexana wajiin waliif galee hojjaacha jiruu abidaan beelan waraanan biyyaa rukkuchaa jiraa
|
Add comment